Wednesday, April 30, 2008

H/Dn ABO, Jaal Dhugaasaa Bakakkoo, Guyyaa Yaadannoo Goototaa ilaalchisanii Ibsa kennan

Source: www.oromoliberationfront.info

H/Dn ABO, Jaal Dhugaasaa Bakakkoo, Ebla 15 -Guyyaa Gootota Oromoo - ilaalchisanii manaa PalTalk “Oromiyaa Oromoo” jedhamu irratti Ebla 26, 2008 ibsa balia’aa kennaan. Haasaa isaanii keessatti , H/Dn, seenaa goototaa Oromoo erga xuxxuqanii booda ABOn Ebla 15 maaliif akka Guyyaa Goototaa jehdee moggaasee kabajuuf murteesse ibsanii jiru.

Walgahii kana irratti Oromoonni 120 ol ta’an qooda fudhachuun gaaffii addaddaa kaasaanii deebii gahaa argatanii jiru. Gaaffii fi deebii godhamee kana keessa olola maqaa xureessii gandda keessa isaan irratti oofamaa jiru tokko-tokko gaafatamanii ololli kun gonkumaa dhara (soba) ta’uu isaa dubbatanii jiru.

Dhaggeeffachuuf: Real media ykn Windows media

No comments: