Monday, June 29, 2009

Rakkoo rimsama tokkummaa: keenyaa fi kan saanii

Oromoo tahuu yk Oromiyaa ofiin bultu tahuun abjummaa yk fakkeessummaa hin qabu, mirkanii seenati. Hunda caalaammoo ofiin bulmaata akka barbaadan Oromoon shakkii malee agarsiisaniiru. Sunuu hiree mirga sabummaa ofii hanga ofiin bulumaataatt murteeffachuu argamsiisaaf. Sana dhugoomsuufi kan sochiin bilisummaa oofamee addi bilisummaa sabaa gara jaarraa walakkaan dura kan ijaarame. Hireen saani isanuma harka jira. Xurree bilisummaa yeros filatan irra eenyuu isaan hin dhaabu. read more

No comments: