Wednesday, October 28, 2009

OLF: Ejjennoo WBO Zoonii Kibba Oromiyaa Ilaalchisee Ibsa ABO


Tarkaanfiin WBO Zonii Kibbaa fudhates tattaaffi itti jirruu kan shafisiiu fi bu’a qabeessa taasisu jennee abdanna. Yaadaa tarkaanfataa isin dhiheesitan kana kanneen tokkuummaa Oromoo hin feene akka karaa irraa hin gufachiifnne qaroominaan tikfamuu qaba jenna. Dubbisuuf as xiqaa

Source: Oromo Liberation Front

No comments: