Wednesday, June 22, 2011

Oromo Struggle, Alliance and the way to Bilisummaa

Qabsoo, Tumsaa fi karaa Bilisummaa
ABOn dhaaba malbulchaa warraaqaa fi amantalaa waggaa 37ti. Akeeki saa sirna kolonummaa hundee buqqisee Oromiyaa ofiinbultu gad dhaabuu dha. Sana bakkaan ammyyuu hin gahin malee, namoota waggoota digdamii torban kana dura of beekaniif jijii qabsoon ummata Oromoo ABOn hoogganamu argamsiise kan eenyuu hin abjonne. Sun tola hin argamne, lubbuu hedduutu itt kaffalame, qabeenya meeqatu barbadaawee, warra meeqatu faca’aee, caba hawaasomaa fi ayyaamii meeqatu uumame. Oromon ummata godinaa keessati baaqeen wayyaba thahe....read more
Oromo Struggle, Alliance and the way to Bilisummaa

OLF is a 37 years old revolutionary secular political organization. Its objective is to uproot colonial system and establish an independent Republic of Oromiyaa. Though it did not reach its goal yet for those who are grownups at least twenty seven years ago, achievements of Oromo struggle led by OLF was undreamt of....read more


No comments: