Tuesday, November 15, 2011

Ibsa Walhubannoo THBO fii ABO

Ulfo Flag

Sadaasa 11, 2011

Adda Bilisummaa Oromo (ABO/OLF) fi Tokkummaa Humnoota Bilisummaa Oromo (THBO/ULFO)

Nuti dhabboleen lamaan ABO fii THBOn kan seenaa of danda’aa mata-mataa ofii qabnu, haallan keessa daddabarree har’a geenyees moyxannoo gurguddoon kan irraa horataman akka tahan bekkamaa dha. Seenaa qabsoo isaa keessatti haallan har’a irra gahaa jiran ka durii irraa ayinaa fi hammeenyaan fofokkatoo fi hamoo akka tahan Ummatni Oromoo gadda guddaattiin ilaalu. Ibsa Guutuu

No comments: