Monday, July 28, 2008

Waamicha Walgahii Haawaasaa Oromoo Maraaf

Akeeka:
  • Haala ABOn keessa jiru odeeffannoo waliif dabarsuu;
  • Rakkinoota QBO qancarsan wal-hubachiisuu fi waliin xiinxaluun furmaata itti soquu; fi kkf;

Yoom?

Jimaata, Hagayya/August 1, 2008, Saa 1:00 - 5:00 WB

Eessatti?

Music Hall -Sateren Auditorium
Augsburg College
2211 Riverside Ave
Minneapolis, MN 55454, United States

Beeksisa:

  • J/Galaasaa Dilboo, xurree quunnamtii ammayyaatti (vidio conference) hirmaatu.
  • Walgahii kana irratti gumaacha maallaqaa osoo hin tahin gumaacha yaadaa barbaanna.
  • Konkolaataa "parking lot" Augsburg keessa tola dhaabuu dandeessu.

Oromiyaan Ni Bilisoomt!!

No comments: