Wednesday, September 03, 2008

Gaafiif Deebii Hayuu Duree ABO duraanii J/Galaassaa Dilboo waliin godhame

Qabsoo bilisummaa Oromoo kan ummata biraa wajjiin wal bira qabuun sirriimiti jedha..Hayyuu Duree ABO duraanii J/Galaasaa Dilboo


Gaafiif deebisaa RSO Hayuu Duree ABO duraanii J/Galaasaa Dilboo waliin haalaa amma mooraa qabsoo bilisummaa Oromoo keessatti dhaltee fi adda fottoqiinsa Shanee keessatti deddebi'ee dhalatu gaafii jettuuf akkas jedhu ...Dhageefachuuf as tuqi

No comments: