Friday, October 17, 2008

Ani biyyaan yaadee Jaarsummaan manatti galaa

"Salphoo soqolatee, soqolaa gargaaru" jedha Oromoon


Gara Qabsoorraa gara araaraatti. Hoggonootiin ABO tan kaleessaa dirree qabsoo bilisummaa Oromoo kaayoo adda addaatiin jeeqaa turteefi qabsoo Oromoo qancarsan yeroo ammaa biyya gallee Oromoo walitti araarsina jedhu. Oromoon ofiif wal dura dhaabbattee walfixaa jira? Yoo walfixaa jira tahe eenyuutu walficcisiisaa jira? Bilisummaa barbaada moo araara barbaada? Haalli amma deemaa jiru kana Oromoon akkamitti laal? Dhageefachuuf as tuqi
www.bilisummaa.com

No comments: