Tuesday, July 07, 2009

Guddaa Yaaduu <>Thinking big

Jal. Ibsaa Guutamaa
  • Guddaa yaaduu

Qabamuu duuba addunyaan naannaa Oromoo jiru duudee ture. Kan qaawwaa dhiphoo bututi uume keessaan ilaaluu dandahan yartuu turani. Jarreen yaroo sana kan hanga ABO uumuun sochii malbulchaa walfudhate sochosuu dandahanitt tattaafataa turan. ABOn duuchaa sana cabsee saaqaa guddaa uumuun akka Oromummaan, humnni fedha of olchuu fi walabummaa Oromoo sossoosu, deebi’ee dhalatu taasise...read more

  • Thinking big

After occupation the world around the Oromo was sealed. They were the few who were able to see through narrow hole created by wears and tears. They were those few that kept on moving until they founded the OLF and set in motion a concerted political movement for liberation. The OLF was able to break the seal wide open and effect the renaissance of Oromummaa, the moving force of Oromo spirit for survival and liberty...read more

No comments: