Tuesday, January 26, 2010

ABOn diina ofitti damaqsaa jira

Yero ABOn waa falachuu jalqabu farri sochii saa akka alaa itti aggaamamu muxannoon hubatameera. Gocha Oromoo hobbaatii tolaa fidu hunda hankaaksuuf faallaan sochii hammi dandahamu hundi gad dhiifama. Dheheenya waa’een murnooti ABO dhaaba saanii dhinsuu fi jabeesuuf waliti dhufuu hedduu dubbatamaa ture. Osoo hin turin WBOn kibbaa ficiluun himame. Gaaffiin saanii akka ABOn tokkomuu yoo tahu, isaan dhaaba tokkichaaf malee akka hin sarmine labsan. Yeroo dubbiin akka isaan yaadaniti deemuu didu ficiltuu keessaa hangi tokkoo gananii loltuu Tigrayiti harka kennachuun himame...guutuu isa dubbisuuf

No comments: