Tuesday, January 26, 2010

Fuula Kolonoomaa Haara

Duubbee
Bara Walharkati qaba Afrikaa dhuma jaarraa 19ffaa n lafa keenya dhabne, gidiraa fi salphina kana hin jedhamneen mankaraarfamne. Sun tahus osoo ofirraa hin faccisin akka hawwa diina keenyaa himannaa konkaa mirkanii hin qabne “lafa saa harkaa baasnaan jireenyi Oromo ni dhumataaf” jedhuu hin taane. Sun hundi tahe Oromummaan seenaa barasii irra baraaramuun, eenyummaan Oromoon hin tuqamin gilgila bahe. Akkuma yeroo amma kana anjaa yoo hin qabaannellee haalicha fuggisiisuuf jara hedhannoo nurra olhaanaa qaban waliin qabsoo hin irraanfatamne goone. Sun jalqaba kolonummaa kan bowwuu jaarraa tokkoo duuba rimsama sobaa “baaqulessaa” kan jedhamu waliin dhufuu jiru farrisa ture. Wanti tokkoo garuu kan darbeen walfakaata...read more

No comments: