Tuesday, May 17, 2011

Bilisummaa Irra Faccisa / In Defense of Bilisummaa

By Ibsaa Guutama

Yeroo qabsoon bilisummaa fi ofiinbulmaata keenyaa didhamu baanee balaa irra marsaa jiru faccisuun dirqama sabboonotatti Kanneen qara qabsoott ka’an yeroof mataa gad qabatan malee hin coollibne. Ammayyuu dhaloota haaraaf waa’ee ergamsa qabsoo bilisummaa Oromoo ABOn hogganamuu iyya’uuf dirqama qabu. Waan hardha ta’aa jiruun ababbaruu irra kan darbanin walbira qabanii ilaaluu yaaluun barumsa taha. Rakkinni qabsaawota ganama manaa yaase hardha ittuu caalee muldhata. Fallisaa kan qaban gad dhiisanii kan yaalamee fashale irra deebi’uu utuu hin ta’in kan qabaniti cichanii eenyummaa ofii mirkaneessuu dha. Ilaalcha dhaaboti maqaa Oromo qaban akka filmaataataat tarreessuun daaraa fi daakuu walbira qabu akka hin taane eeggachuu dha...read more

When our struggle for liberty and independence is challenged it is the duty of nationalists to go out and defend it from hovering catastrophe. It will be a mistake to distract the struggle from its rightful course for sake of millions of youth whose dreams have been the liberation of Oromiyaa since they started to dream. Pioneers of the struggle are duty bound to keep them informed about OLF, its mission, the achievements, failures and distortions of struggle. Rather than panicking with present world events, better to examine problems that came dragging from the past. Problems that caused activists leave their homes initially are still there with greater force. The solution is not quitting what you have and retrying what has already failed but to hold fast on what you had and assert your identity. To present list of names of organizations with Oromo names as alternatives can seem comparing apple to orange....read more

No comments: