Sunday, May 08, 2011

“Manifesto”, End of Outlook Stalemate in OLF

www.gubirmans.com
  • “Manifesto”, Dhuma Danqama Ilaalchaa ABO Keessaa?

    Waa’ee qabsoo Oromo yeroo kaafnu hanga tokkoo gara duubaati deebinee kan laalluu muuxannoon kaleessaa hardhaaf dhimma baasinnaa jenneetu. Mootummaan Hayila Sillaasee kan kufe warraaqsa aarii ummataan dhoo’eeni. Dargiin mooticha bakka bu’uuf humnoota adda addaa naannaa sagantaa gadjalaa (minimum) tokkooti qindeeffate. Akkasiti humnoota sabhedduu akeeka sooshaaliismiin gaggeeffamna jedhan waliti fiduu danda’e. Garba gamaas qooda fudhachuuf hedduutu it didiche. Akka irbuu seenanitt karaa Baalee galuu isaan oolche. Kan walitti dufan qabsoon gitaa rakkina sabaawummaa empayeritii keessa jiru furuu dandaha jedhanii dhaadatan. Sabboonotis hin geessineen male luuxanii dhimma itt bahuu yaalanii turan...read more

  • “Manifesto”, End of Outlook Stalemate in OLF
  • Whenever we speak about Oromo struggle we look back a bit if yester year’s experiences might help present efforts. The government of Hayila Sillaasee was toppled by revolution that erupted as a result of peoples’ rage. To replace the emperor Darg coordinated some forces around a minimum program. In that way it brought together those who say they follow socialist principles. Many from the Diaspora dashed to participate. It saved them coming through Baale as promised. All Habashaa “progressives” lauded class struggle as panacea for societal problems. That attracted nationalists who did not have self confidence to go national struggle alone....read more

No comments: