Friday, April 06, 2007

Oromia>>GUYYAA YAADANNOO GOOTOTA OROMOO


Tokkummaa Humnootaa Bilisummaa Oromiyaa (THBO)

United Liberation Forces of Oromiyaa (ULFO)

Waliigaltee Tokkummaa Humnoota Bilisummaa Oromiyaa irratti hundaawuudhaan THBOn waggoota darban keessa guyyaa yaadannoo gootota Oromoo qopheessaa ture. Bara kanas, THBOn sagantaa guyyaa yaadannoo gootota Oromoo qopheessee jira.

Guyyaa Oromiyaan koloneefataa Habashaa jalatti kufte irraa kaasee gootota Oromoo kanneen Bilisummaa Oromiyaatiif wareegaman hunda yaadachuuf GUYYAA YAADANNOO GOOTOTA OROMOO irraa akka qooda fudhattaniif Tokkummaan Humnoota Bilisummaa Oromiyaa waamicha isiniif godha.

Qopheessaan: Tokkummaa Humnoota Bilisummaa Oromiyaa

No comments: