Sunday, August 03, 2008

Breaking News: Itti aanaa hayyu duree duraan J/Leencoo Lataa an gar-lachuu hin jiru jedha

Sunday, 08.03.2008, 11:24am

Gaafiif deebisaa raadiyoo hawaasa Oromoo biyya Awustaraliyaa... Waayee shoorarkaa amma mooraa qabsoo bilisummaa Oromoo keessatti deemaa jiru laalchisee An gar-lachuu hin jiru jedha..J/Leencoo lataa. Jaal Leencoo Lataa ABO duraanii keessatti itti aanaa Hayyuu duree tiifi akkasumas warra qabsaawoota Oromoo waraabeessa duratti facaasee dheesse keessaa tokkoodha. Sagalee dhageefachuuf as tuqi

No comments: