Thursday, August 07, 2008

Yeroof rakkoon dhaaba kanarraa gayuun ni mala jedha..hayyu duree Shanee J/Daawud Ibsaa

Wednesday, 08.06.2008, 07:10pm

Haala ammaa Shanee giddutti dhalatte laalchisee Yareeof dhaaba kanarraa rakkoon gayuun ni mala....Gaafiif deebisaa hayyu duree Shanee J/Daawud Ibsaa waliin raadiyyoon Jerman afaan amaarsaatiin godhe...dhageefadhu

No comments: