Wednesday, August 13, 2008

Murni Shanee Gumii Sabaa ABO Asmaraa fi SBO iyyuu malee qaamaan gara WBO dhufuuf onnee hin qaban jedhu

Murna fadhiidoo yeroo ammaa taaytaarra jiru kan bara 30 caalaa qabsoo bilisummaa Oromoo fadhiideessan kanarraa WBO Zoonii Baha Oromiyaa gonkumaa murna kanarraa ajaja fudhataa hin jiru jedhu.. ajajootni WBO zoonii bahaa J/Abdataa Hayyuu fi J/Hassan Mohamed...Gaafii hoggana yeroo amma Asmara jiran laalchisees akkas jedhu "Murni Hogganni Sh-GS-ABO yoo dirree WBO dhufan lubbuunuu kan galan nutti hin fakkaatu" jedhu..kutaa lammaffaa itti fufa.. Dhageefachuuf as tuqi

No comments: