Saturday, August 16, 2008

Gaazeexeessitoonni SBO (Sagalee Bilisummaa Oromoo) Guyyoo Gollichoo, Alii Turaafi Hawwii Sabaa Hojiirraa arihaman jedhu


Friday, 08.15.2008, 08:28pm

Hayyu duree Shanee J/Daawud Ibsaa Waajjira isaatti na yamuun akkaan SBO irraa fagaadhu natti himuu daran, yoo SBO keessaa fagaadhuu baattee tarkaanfiin sirratti fudhadha jechuun na sodaachisaa ture jedha..Guyoo Gollichoo...Gaafiif deebisaa SPMMQO, Dhaggeefachuuf as tuqi

No comments: