Friday, August 15, 2008

Jenaraal Taaddasaa Birruu kan ajeesiste gola golgoleessituu amma ABO jettee Of yaamtu kana jedhu.Abdii Abduqqee

Friday, 08.15.2008, 02:12pm

Jenaraal Taaddasaa Birruu kan ajeesiste gola golgoleessituu amma ABO jettee Of yaamtu kana jedhu...Obboo Abdii Abduqqee. Gaafiif deebisaa RHO Minisoottaa waliin taasise... Obboo Abdii Abduqqee warraa baroota 70 keessaa dirree waraana baha Oromiyaa keessaa qaamaan itti hirmaatee fi itti gaafatama qabu ture jedhu..Dhageefachuuf as tuqi

No comments: