Wednesday, August 06, 2008

Listen to Bayan Asooba and Leenco Baatii on VOA

Ganna sagaliin dura ABOn bakka lamatti baqaquun ishee ni beekam, amma illee Shanee ergaa kayyoo ABO irraa maqxee, Ixiyoopiyaa demokrateesuuf tattaafachuu erga eegaltee bubultee jirti. Rakkoo isaan gidduuti dhalateen amma illee adda ba'anii jiran. Rakkoon keenya, akkaata rawwiiti malee, rakkoo addaa hin qabnu jedhu.
Dhageefadhaa gaafiif deebii Jaallanee Gammadaa, sagantaa Afaan Oromoo irratti Obbo Bayan Asooba fi Leenco Baatiif goote.
dhageefadhu

No comments: